MADDA BEEKKUMSAA🌳 Telegram channel photo

MADDA BEEKKUMSAA🌳

@oromotooPublic Channel

"Abdii uummata bal'aa!" -dhimma oromoo fi oromiyaaf -galaa jireenyaaf -seenaa qabsawotaaf -imanaa beektotaaf -Madda beekkumsaf ▷kayyoodhaf hojanna ☆Waliintaanee seenaa galmeessin! YOUTUBE KEENYAF👇 https://youtu.be/p51FnhhOuDY

IPLitalianoItalia

571

Last views

6k (5,979 subscribers)
Membri
—
Rating
36
Total Posts
Oct 14, 2026, 8:12 AM
Aggiornato
Apr 4, 2026
Created
Stats

Stai visualizzando contenuti in italiano. Per visualizzare contenuti in un'altra lingua, cambia la lingua del sito web.

Channel Information

Channel Information
Channel NameMADDA BEEKKUMSAA🌳
Username@oromotoo
CategoryIPL
Languageitaliano
CountryItalia
Membri5,979
Channel TypePublic Channel
Created4 apr 2026
Last Updated14 ott 2026 • 7 giorni fa
StatusActive

Classifica

Classifica globale
#282515-538
Classifica per lingua
#3530+23
Classifica per categoria
#1841-7

Crescita abbonati

Totale: 6.0K30 Days growth: -601%
09/1509/2009/2509/3010/0510/1010/14
Crescita abbonati - 30 Days
DateSubscribers
15:09:20266,039
16:09:20266,039
17:09:20266,027
18:09:20266,027
19:09:20266,027
20:09:20266,027
21:09:20266,027
22:09:20266,027
23:09:20266,027
24:09:20266,027
25:09:20266,027
26:09:20266,027
27:09:20266,027
28:09:20266,027
29:09:20266,027
30:09:20266,027
01:10:20266,027
02:10:20266,027
03:10:20266,027
04:10:20266,027
05:10:20266,027
06:10:20266,027
07:10:20266,027
08:10:20266,027
09:10:20266,027
10:10:20266,027
11:10:20266,027
12:10:20266,027
13:10:20266,027
14:10:20265,979
Crescita abbonati - Weekly
DateSubscribers
Week of 30:03:20266,316
Week of 06:04:20266,297
Week of 13:04:20266,297
Week of 20:04:20266,297
Week of 27:04:20266,250
Week of 04:05:20266,250
Week of 11:05:20266,203
Week of 18:05:20266,203
Week of 25:05:20266,203
Week of 01:06:20266,117
Week of 08:06:20266,117
Week of 15:06:20266,117
Week of 22:06:20266,117
Week of 29:06:20266,159
Week of 06:07:20266,159
Week of 13:07:20266,159
Week of 20:07:20266,125
Week of 27:07:20266,125
Week of 03:08:20266,093
Week of 10:08:20266,093
Week of 17:08:20266,059
Week of 24:08:20266,050
Week of 31:08:20266,050
Week of 07:09:20266,039
Week of 14:09:20266,027
Week of 21:09:20266,027
Week of 28:09:20266,027
Week of 05:10:20266,027
Week of 12:10:20265,979
Crescita abbonati - Monthly
DateSubscribers
April 20266,250
May 20266,203
June 20266,159
July 20266,125
August 20266,050
September 20266,027
October 20265,979
Crescita abbonati - Yearly
DateSubscribers
20265,979

Ultimi post

MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

06 ott 2026, 16:37

OF AMANSIISUU( CONVINCE YOUR SELF)
✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓

Of amansiisuu jechuun kayyoo ofii, abjuu ofii, mul'ata ofii qabattan biraan gaha jedhani sammuu ofitti fudhachuu jechudha.

Samii gaditti aangoon kamiyyuu dhalaa namaaf kan kennamedha, kanaa jechuun dhalli nama waan yaadee kamuu bira gahuu akka danda'uu agarsiisaa.

Tommy lasordan akkas jechuun waa'ee of amansiisuu dubbata
"The difference between impossible & possible lies on a man's determination" jedha
Waan samii gadii tokkolle wantii hin danda'amne hin jiruu waan ta'eef abjuu keerra yommuu abdi hin kutaatiin
Deemsa Kee itti fufi, milkaa'ii

"Kaleessii du'eera, bor hin dhalannee jiraachuuf guyyaan nutti qabnu har'a duwwaadha"

Share akka gootu abdin qaba
Join 👇
@OROMOTOO
571007
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

04 ott 2026, 21:02

𝗬𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗮𝘁𝗶 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗳𝗮𝗴𝗮𝗮𝘁𝘁𝘂, 𝗱𝗮𝗮𝗻𝗱𝗶𝗶𝗻 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘁𝗶𝗶𝘀 𝗶𝗳𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗯𝗮𝗹’𝗮𝘁𝗮𝗮 𝘁𝗮’𝗮𝗮 𝗱𝗲𝗲𝗺𝗮.
𝗫𝘂𝗺𝘂𝗿𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗵𝘂𝗺𝗻𝗶 𝗴𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗵𝘂𝗺𝗻𝗮 𝗹𝗮𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗺𝗶𝘁𝗶; 𝗵𝘂𝗺𝗻𝗮 𝘀𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂 𝗳𝗶 𝗾𝗮𝗹𝗯𝗶𝗶 𝗰𝗶𝗺𝗮𝗮 𝗱𝗵𝗮. 𝗔𝘁𝗶 𝘆𝗼𝗼 𝗼𝗳𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗮𝗺𝗮𝗻𝘁𝗲𝗲, 𝗼𝗯𝘀𝗶𝘁𝗲𝗲, 𝗺𝘂𝗿𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗳𝗶 𝗰𝗶𝗰𝗵𝗼𝗼𝗺𝗶𝗻𝗮𝗮𝗻 𝗮𝗱𝗲𝗲𝗺𝘁𝗲, 𝗵𝗮𝗺𝗺𝗲𝗲𝗻𝘆𝗶 𝗻𝗮𝗺𝗮 𝗯𝗶𝗿𝗮𝗮 𝘀𝗶 𝗱𝗵𝗮𝗮𝗯𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗮’𝘂. 𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗸𝗲𝗲 𝗲𝗲𝗴𝗶, 𝘀𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂 𝗸𝗲𝗲 𝗾𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂 𝘁𝘂𝗿𝘀𝗶, 𝗻𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮 𝘀𝗶𝗿𝗿𝗶𝗶 𝗵𝗶𝗻 𝘁𝗮𝗮𝗻𝗲𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗳𝗮𝗴𝗮𝗮𝗱𝗵𝘂. 𝗔𝗸𝗸𝗮𝘀𝗶𝗶𝗻, 𝗱𝗮𝗮𝗻𝗱𝗶𝗶𝗻 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘁𝗶𝗶𝘀 𝗴𝗮𝗹𝗺𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝘀𝗶 𝗴𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮.

@JECHOOTAHAYYOOTA
642006
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

09 set 2026, 23:47

Miira Ofii Too’achuun Humna; Dubbachuu Malee Callisuun Ogummaa Dha ⚖️

Namni miira isaa too’achuu hin dandeenye, salphaatti warra miira isaanii to’atan jala gala. Kanaaf, yeroo hunda dubbachuun osoo hin taane, bakka sirrii irratti callisuun murteessaadha.
1. Callisi , yeroo aariin kee ol ka’u
Yeroo aariin si keessaa ka’u, dubbii ati dubbattu hedduun isaanii boodarra si gaabsiisu danda’u. Kanaaf, yeroo sana callisuun of eeggannoo fi ogummaa agarsiisa.
2. Callisi , yoo ragaa hin qabne
Waan sirriitti hin mirkaneessin dubbachuun nama dogoggorsuu danda’a. Callisuun immoo soba irraa si eega, kabaja kees ni tiksa.
3. Callisi , yoo dubbii kee nama miidhu ta’e
Jecha tokko qofatu garaa namaa madeessuu danda’a. Kanaaf, yoo dubbii kee namatti ulfaatu ta’e, callisuun filannoo gaarii dha.
4. Callisi , yeroo dhaggeeffachuun barbaachisu
Yeroo hunda dubbachuu osoo hin taane, yeroo tokko tokko dhaggeeffachuun hubannoo guddaa siif kenna. Callisuun barnoota.
5. Callisi , yoo dhimmichi kee hin taane
Dhimmoota si hin ilaallanne keessa seenuun rakkoo siif fida. Kanaaf, bakka si hin barbaachifne callisuun nagaa siif eega.
6. Callisi , yeroo soba dubbachuuf qoramtu
Yeroo tokko tokko dhugaa dhiisnee soba dubbachuuf ni qoramna. Garuu callisuun cubbuu sana irraa si baraara.
7. Callisi , yoo booda gaabbuu dandeessu
Jecha tokko dubbachuun dura, “kana booda ni gaabba?” jedhii of gaafadhu. Yoo eeyyee ta’e, callisuun murtii sirrii dha.
8. Callisi , yeroo qeeqni sitti dhaga’amu
Qeeqa hundaaf deebii kennuun hin barbaachisu. Yeroo tokko callisuun of kabajuu fi bilchina agarsiisa.
👉 Xumura irratti callisuun dadhabina miti; ogummaa, of-to’annoo fi bilchina sammuu agarsiisa. Namni callisuun isaa yeroo sirrii beeku, jireenya isaa keessatti milkaa’ina guddaa argata.
@JECHOOTAHAYYOOTA
1,2400012
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

09 set 2026, 01:56

You are the narrator of your own life.
Pay attention to the script you're writing in your mind.
Is it one of struggle,or one of strength?
Is it about lack,or about possibility?
You can't control every event,but you can edit the story.
Choose a narrative that empowers you to keep going.

🌷 Positivity 🌷 https://t.me/jechootahayyoota
3,140002
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

09 set 2026, 01:56

Hammeenya keessa keetti namaaf qabattee hin deemin, kufaatii hiriyyaa keetii hin hawwin, jiruu nama biraati hinaaftee hirriiba hin dhabin, nama si amane hin ganin, hamii namaatiin guyyaa dheeraa hin fixin, yeroo hunda bakka kaleessaa irraa tarkaanfii takka fuul duratti ja'i.

Yoo ati lubbuun jiraattee waggaa lamaan arraatti wanta karoorsite dhugomsuu baatte hin argita !

Halkan dansaa qabaadhaa 🫂🖤 https://t.me/JECHOOTAHAYYOOTA
2,970008
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

09 set 2026, 01:56

Sagaggaalummaan dulluma umrii maleeti namatti fida.

Hin sagaggaalin bareeda kiyya, bareedina kee fi humna kee isa amma qabdu kana na duraa dhabdaa. Yoo haalli ittiin sagaggaaltu siif mijjate illee if qabi qashtii kiyya🥹🙏❤️ https://t.me/JECHOOTAHAYYOOTA
2,5100014
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

25 ago 2026, 23:48

🌟 Bu'aa Qormaataa Keessan Ilaalchisee Ergaa

Barattootni tokko tokko bu'aa olaanaa galmeessitanii jirtu 👏🥳.
Kaan immoo milkaa'ina gaarii irra geessanii jirtu 😊❤️.

.. Kaan keessan garuu... bu'aan isin argattan akka isin yaaddan hin taane ta'uu danda'a 💔. Garuu maaloo, Sammuun keessan akka isin miidhuuf hin hayyaminaa ! 🫶

Of fooyyeessuuf carraan lammaffaan ammallee jira - Remedial 📚✨.

📖 Yaadadhaa: Bu'aan qormaata kanaa dhuma jireenya keessanii miti. Imalli keessan ammallee dheeraa dha. Abjuun keessan ammallee jiraataa dha, akkasumas gatiin keessan lakkoofsa waraqaa irratti barreeffame caalaa baay'ee guddaa dha 🫶❤️.

🔜 Sababni isaas, gara fuulduraatti balbaloonni haaraan hedduun isin eeggatu 🚪✨. Boqonnaawwan jireenyaa keessan keessaa kanneen hundarra bareedoon ammallee hin barreeffamne 🫴✍️💬.

🔗 Dhumarrattis, Ministeerri Barnootaa qabxii seensa Remedial fi ramaddii Yunivarsiitii yeroo beeksisu, odeeffannoo barbaachisaa ta'e hordofnee isin biraan ni geenya 🤚📢.

❤️ Hunda keessaniif milkaa'ina guddaa hawwina!
Har'a bu'aan keessan maaliyyuu haa ta'u, boruuf abdii hin kutatinaa! 💪🔥

Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇

@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
1,720006
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

25 ago 2026, 03:55

SAMMUU KEESSAA JALQABAA.

Wanti namni sirraa fudhachuu hin dandeenye tokko bilisummaa sammuu keetii ti. Sammuu kee jabeessi, dursa sammuu kee cimsi...sana booda wanti kamiyyuu ni danda'ama.

━━━━━━━━━━━
https://t.me/JECHOOTAHAYYOOTA
2,8500012
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

25 ago 2026, 03:55

Waa'ee weera dhukkuba haarayaa amma mudate kana waan muraasa!
************
Maalummaan dhukkubicha guutuu guututti adda bahuu baatus dhukkubni kun VHF tahuu akka hin oolle mallattoolee inni agarsiisaa jirurraa ka'uun shakkamaa jira. "Viral Haemorrhagic Fever " jechuun walitti qabaa dhukkuboota Vaayirasii garaagaraatin dhufaaniiti.Vaayirasiiwwan kunneenis:-
- Ebola Virus.
- Marburg virus.
- Yellow Fever .
- Lassa Fever isaan ijoodha. Dhukkuboonni kun heddumminaan naannoo tropical area tti deddeebin mul'atu. Weerara fiduudhanis beekamu.
Mallattooleen dhukkuba kanaa maali?
- Qaama gubaa
- Dhukkubbii buusaa
- Ballaqamsiisaa gadi teessuma(kan dhiiga makatellee ta'uu danda’a
- Dadhabbii qaamaa
- Dhiiga garaa qaawwa qaamolee garaagaraa (Afaan,funyaan gurra fi kabiroo)
Dhukkubni kun akkamiin daddarba?
- Nama dhukkuba kanaan qabame waliin tuttuqaa qabaachuu.
- Dhangala'aa namoota dhukkubichaan qabameen tiqamuu.
- Bookee busaa
- Hargansuudhanillee kan darban ni jiru.
- Nama dhukkubichaan du'e tuttuquu.
Dhukkubni kun hangi nama ajjeesuu isaa gosa Vaayirasii dhukkubicha fidee irratti kan hundaa'ullee ta'u ragaa hanga ammaa jiruun 25-90% ta'a. Kana jechuun nama dhukkuboota kanaan qabame dhibba tokko keessaa namni naannoo 25 hang 90 du'uu danda'u jechuudha. Yoo deeggarsi yaalaa hin godhaminiif.

Dhukkuba kana akkamiin ittisuun danda'ama?
- Nama dhukkuba kanaan qabametti baay'ee itti dhiyaachuu dhiisuu.
- Ilbiisota addaa addaa ittisuu fi farra ilbiisotaa fayyadamuu.
- Nama dhukkubichaan qabamuu shakkame adda baasuu fi kkf fa'a.

Dhukkubni kun yaala qabaa?
Dhukkuboonni kun yaala duubatti deebisu hin qaban. Wanti mana yaalatti godhamu deeggarsa ogummaa tokko tokko gochuu qofa. Deeggarsuma saniinuu garuu hanga tokko du'aatiin ni hir'ifama. Weerarri kun biyya keenyatti ka'e taanan balaa guddaa geessisa. Rabbi nutti hin fidin jenna. Cabsee Dhufnaanis waan dandeenyun dura dhaabachuuf qophiidha. Share godhaa! Share godhuun barreeffama kana nama biraan gahuun lubbuu baraarudha. Namoota itti dhiyaattan kan social media hin fayyadamnes afaanin itti himuun dhibee kana waliin haa ittisnuu.

Join
https://t.me/JECHOOTAHAYYOOTA
https://t.me/JECHOOTAHAYYOOTA
4,3900010
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

25 ago 2026, 03:55

#DHUKKUBA_AMEEBAA (AMOEBIASIS)

Ameebaan, dhukkuba orgaanizimii maxxantuu xixiqqoo 'Entamoeba Histolytica' jedhamaniin kan dhufudha.
Ameebaan irra caalaatti mar'immaan keenya kan miidhu yeroo ta'u, mar'immaanii alattis tiruu, onnee akkasumas somba keenya miidhuu danda'a.

📌 KA'UMSA:

Dhukkubni kun yeroo nyaanni nuti nyaannuufi dhugnu orgaanizimii dhukkuba kana fiduun yeroo faalamu kan nama qabudha.
Dhukkubni kun haala salphaa ta'een namarraa namatti daddarbuu danda'a.

📌 MAALTU DHUKKUBA KANAAF NAMA SAAXILA?

👉Nyaataafi dhugaatii faalame fayyadamuun
👉Yeroo nyaata qopheessan qulqullina eeggachuu dhabuu
👉Yeroo baqaqsanii yaaluu faalamuu meeshaalee wal'aansaa
👉Anal intercourse
👉Ulfa (pregnancy)
👉Daa'imman

📌 MALLATTOOLEE:

👉Garaa dhukkubbii/ciniinnaa
👉Fedhiin nyaataa hir'isuu (loss appetite)
👉Garaa yaasaa dhiigaan makame (bloody diarrhea)
👉Dadhabbii qaamaa
👉Mataa dhukkuubbii
👉Ulfaatinni qaamaa hir'isuu
👉Haqqisiisuu (vomiting)
👉Hoo'ina qaamaa

📌 KARAA ITTIIN OFIRRAA DHORKAN:

👉Yeroo nyaata qopheessan qulqullina ofiis ta'e kan meeshaalee itti fayyadamnuu sirriitti eeggachuu.
👉Bishaan qulqulluu ykn danfisanii dhuguu
👉Kuduraafi muduraalee sirriitti bilcheessanii nyaachuu
👉Mana fincaanii erga fayyadamanii boodaafi nyaata qopheessuun dura harka sirriitti dhiqachuu
👉Bakka daa'imman itti haasawan qulqulleessuufi harkasaani afaansaanii keessa akka hin galchine eeguufi kkf. dha.
~~~
© Dr. Bulti Likisa(Bultoo), 2025

    #FOLLOW & #SHARE🙏❤️
          👇👇👇
https://t.me/JECHOOTAHAYYOOTA
2,870002
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

25 ago 2026, 00:33

Na dhaggeeffadhu sirriitti. Wanti si mudatu eenyummaa kee hin murteessu; akka ati isaaf deebii kennituutu si ibsa. Ati Rakkoo kee caalaa jabaadha; dogoggora darbe hunda walitti ida'amuu isaa caalaas ati guddaadha.

Abbaan kallattii jireenya keetii situ Si'i; waan jijjiiramuu hin dandeenyetti hidhamaa hin ta'in. Ati loltuu callisaa, waraana keessoo keetii injifachaa jiruudha.

Mataa kee ol qabadhu. Ofii keetiif dhiisiifama godhi. Gara fuulduraatti tarkaanfachuu hin dhaabin.

━━━━━━━━━━━
@OROMOTOO
1,550007
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

24 ago 2026, 21:45

Akkaataa sammuudhaan cimaa ta’uu dandeenyu:

• Yeroo kophaa hin sodaatin.
• Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin.
• Addunyaan liqii sitti hin dhaga'amin.
• Bu'aa hatattamaa hin eegin!
• Balaa shallagame fudhachuu hin sodaatin!
• Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin.
• Itti gaafatamummaa irraa hin saalfatin.
• Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in!
• Milkaa'ina namoota birootti hin aarin!
• Namoonni kaan miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin!
• Yeroo ofiitti gaddaan hin gubin!
• Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna hin qisaasessin!

@OROMOTOO
1,3500014
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

21 lug 2026, 19:30

💢 DHIBEE KINTAAROTII (Hemorrhoids)

⚠️ Mallattoolee Kintaarotii

🤕 Dhukkubbii yeroo baay'ee

🔥 Hooksisuu fi gubuu

🌵 Naannoo munnee dhiita’uu

🩸 Dhiiguu danda’a

📊 Sadarkaa Dhiitoo

1️⃣ Sadarkaa 1: Meeshadhaan malee hin mul’atu.
2️⃣ Sadarkaa 2: Yeroo hagan ykn ittanuu gadi baha, ofumaan ol deebi’a.
3️⃣ Sadarkaa 3: Yeroo harkaan ol deebisan ni deebi’a.
4️⃣ Sadarkaa 4: Ol hin deebi’u, gadi baheetuma hafu.

🎯 Sababoota Nama Saaxilan

👵 Umuriin ol siquu

🚽 Yeroo baay’ee ittanuu

💺 Yeroo Dheera mana fincaanii irra turuu

🍔 Furdinaa Dabaalu

🧳 Ba’aa ulfaataa yeroo dheeraa ol fuudhuu

🧼 Hudduu akka malee riguu

🧍‍♀️ Dhaabbannaa fi taa’umsa yeroo dheeraa

🤰 Ulfa

🚨 Rakkoolee Hordofsiisuu Danda’u

🩸 Hir’ina dhiigaa

🧱 Dhiigni dhiita keessatti itituu

🦠 Dhiitan 'infection' ta’uu

🩹 Madaa’uu

❌ Sagaara qabachuu dadhabuu

✅ Maloota Ittisa Kintaarotii

💧 Bishaan gahaa dhuguu

🥗 Soorata faayibarii (fiber) qaban fayyadamuu

🚽 sagaran yoo si qabee yeroo dhufu, tursisuu dhisuu

⚖️ Ulfaatina hir’isuuf yaali

🏃‍♂️ Sochii qaamaa gochuu

📦 Ba’aa ulfaataa yeroo dheeraa ol fuudhuu dhiisuu

🩺 YAALA KINTAAROTII

🥦 Soorata gogiinsa garaa ittisan fayyadamuu

💧 Bishaan sirritti dhuguu

🚽 Yeroo baay’ee ittanuu dhiisuu

🛁 Bishaan hoo’aa keessa taa’uun madaa tasgabbeessuu

🧼 Hagan booda bishaan ho’aan dhiqachuu

🚫 Gogaan hudduu akka hin haqamne eeggachuu

💊 Qoricha dhukkubbii hanbisu – ajaja ogeessa fayyaa irratti

💉 Qoricha buubbu keessatti kaa’amu

🌿 Qoricha naannoo buubbu dibamu

🏥 Yeroo barbaachisaa ta’ee yaala baqaqsaa (surgery) gochuu – ogeessa waliin mari’achuun gaariidha!
Dr. Mohammed Kedir
~~
#share #Subscribe #YouTube
👇👇👇
@JECHOOTAHAYYOOTA
1,9600015
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

01 lug 2026, 21:56

Photo1/2
Yaa maqaa kee Haacee koo
Maqaa kee toltuu kana
Yaa garaa kee kormee koo
Garaa kee loltuu sana...
Dhugaaf dhaabattuu sana
Gumaa baafattuu sana!

Utuu si ta'ee yoona
Goota kee dhabdee hin raftu
Utuu si ta'ee yoona
Golatti cabdee hin haftu...
Utuu si ta'ee yoona
Xiiqiin kee saafaa abiddaa
Utuu si ta'ee yoona
Buddeena gumaa didda!

Kan qacceen dirra dhaanu
Gindii baattuu sangootaa
Irmii nyaattuudha nuti
Irmii nyaattuu dhalootaa!

By......Lata kenei

@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
2,2000017
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

05 giu 2026, 18:54

#DHUKKUBA_NERVII
☆☆☆☆☆
Dhukkubni narvii gosoota hedduu fi bal'aa of keessa qaba. Kana keessaa garuu kan yeroo baay'ee nama dhibuu fi kanan har'a kaasuu barbaade dhukkuba narvii kan gara alaa (peripheral neuropathy) kan jedhamudha.
Dhukkubni kun erga nama qabatee mallattoo akkamii argisiisaa?
✍Qaama keenya keessumaa miilaa fi harka keenya gubuu
✍Miira gara garaa kan akka dhukkubbii qaamni keenya dabarsuu dadhabuu ykn hadooduu.
✍Dhukkubbiin akka waraansa miila fi harka keessaa nama dhukkubuu
✍Qaamni keenya keessumaa miilaa fi harki keenya humna guutuun socho'uu dadhabuu ykn nuuf abboomamuu diduu.
✍Dhukkuboota kana yeroo hedduu maaltu nutti fidaa?
✍Dhukkuboota biroo keesumaa dhukkuba sukkaaraa
✍Hir'ina nyaataa keessumaa vitaaminoota B1 B6 B12
✍Sanyiidhaan ykn genetics
✍Alkoolii hedduu dhuguu
✍Miidhama qaamaa kanneen akka kufaatii, caba fi kkf kan narvii qaama keessaa kutuu cafaquu fi miidhuu danda'an.
✍Cafaqamuu (compression) narvii qaama keessaa kan sababa gara garaa akka dhukkuba dhiitaa qaama keessaa fi miidhama alaan nurra ga'urraa dhufu
✍Qorichoota dhukkuba biraaf fudhataman kan akka kaanserii; HIV fi kanneen biroo

#Akkamiin ofirraa ittisuu ykn gargaaruu dandeenyaa?

🙏Boqonnaa ga'aa fi sochii qaamaa ga'aa walitti fufaa ta'e gochuudhaan
🙏Nyaata madaalamaa ta'e haga dandeenye keessumaa kuduraaf muduraa nyaachuu qabna.
🙏Alkoolii kan dhugnu yoo ta'e xiqqeessuu ykn dhaabuu
-🙏Dhukkubsataa/ttuu sukkaaraa yoo taane qoricha nuuf kennamu seeraan fudhachuun giluukoosii qaama keenya keessaa bakka barbaadametti eeguu
🙏Dhangala'aa ga'aa dhuguudhaan hirriba ga'aa rafuu
🙏Yoo kana hundaan nutti fooyya'uu baate gara mana yaalaa deemuun qoricha fudhachuu qabna.
✍️ Dr. Mohammed Kedir
~~~~
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
2,6900013
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

05 giu 2026, 18:54

#Wantoota_6_har'a_ofitti_himi!
***
1.Ani qaaliidha.
2.Haala har'aa keessaa boru nan baha.
3.Ani miidhagaa/miidhagduu dha.
4.Jaalatamuun naaf mala.
5.Nagaafi gammachuun barbaada.
6.Ani dandeettii gahaa nan qaba.
☆☆☆☆☆
© Dr. Bulti Likisa (Bultoo),2023

#JOIN & #SHARE🙏
👇👇👇
@Jechootahayyoota
2,050006
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

24 mag 2026, 07:09

Cabni Onnee baayyee Hamaadha.
Akka caba Lafee cinaachaati.
Namni arguu hin danda'u garuu dhukkubbiin isaa yeroo Ati Hafuura Baafattu hunda sitti dhagahama.°

━━━━━━━━━━━
https://t.me/Jechootahayyoota
2,4200011
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

24 mag 2026, 07:09

Namoonni sammuudhaan ciccimoo ta’an namoota kophaa isaanii akka dhalatan dafanii hubatanii, murtoo ga’eessotaa isaanii irra caalaan kophaa isaanii murteessan, kophaa isaanii haaluma kanaan badhaafaman ykn adabaman, lola isaanii isa barbaachisaa ta’e kophaa isaanii lolanii fi kophaa isaanii du’an qofa.

  Darbee darbee carraa qabaattee yeroodhaaf karaa irratti namoota arjaa taʼanii deggersa argachuu dandeessa, garuu gonkumaa mirga akka argatte sitti dhagaʼamuu hin qabu.

  Guyyaan ejensii mataa keetii irratti hirkatuu dhiiftu, guyyaa guddina ofiitti amanuu dhiiftu, guyyaa itti yaaddoo fi sammuu dadhabuu jalqabdudha.

  Yeroo hundumaa fooyya’uu akka dandeessu fudhadhu, achiis achi ga’uuf gatii kaffaluuf ija jabina qabaadhu.

  GORSA JIREENYAA✅️

━━━━━━━━━━━
https://t.me/Jechootahayyoota
2,550006
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

24 mag 2026, 07:09

Photo
QULLUBBII ADII FI FAYYAA

Faayidaawwan qullubbii adii kan qorannoon mirkanaa'e keessaa muraasa;

❶.Ol ka'insa dhiibbaa dhiigaa hir'isuuf

❷.Hamma koolestiroolii(cooma) qaama keessa to'achuuf

❸.Kaansarii tokko tokkoon carraa qabamuu ni hir'isa

❹.Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaamaa dabaluuf,keessattu atileetotaaf

❺.Madda viitaminii C,B,manganeezii fi faayibariiti

❻.Carraa dhukkuba alzimeerii fi dementia n qabamuu ni hir'isa

❼.Xura'aa qaama keessaa qulqulleessuf

❽.Fayyaa lafeetiif

❾.Ga'umsa qaama dabaluuf keessattu atileetotaaf

❿.Mi'eessituu nyaatati
Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!! https://t.me/Jechootahayyoota
3,9800022
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

06 mag 2026, 21:34

DIRQAMA KEE BAHII
***
Hamma ati ofiif hin dhimmineetti, homtu siif dhimmaa hin qabu.
Addunyaa kana irraa waanti dhaabbatan tokko illee hin jiru, kanaafuu addunyaa jijjiiramuu kanaa faana jireenya kee jijjiiri (of haareessii).

Waan dagachuun sirraa jiraatu kamiyyuu dagadhuu. Guyyaa kee jaalala fi Gammachuun eegalii.
Namoota jireenya kee irratti gufuu sitti ta'anif dhimma hin qabatiin(tuffadhu). Waan sii barbaachisuu xiyyeeffannoo guddaan rawwadhu.

Abjuun gudda jedhame biraa hin gahamnee tokko illee hin jiru. Abjuu kee bira gahuuf immoo ifaajii (xaarii). Kan kanaan alaa abjuun kee abjuudhuma ta'eetu hafa.
Ifaaji(xaarii)n  ala abjuun kamiyyuu du'aadha.

Kufaatiin immoo ragaa waan tokko yaaluu keetii, kanaaf kufuu hin sodaatiin irraa deddebi'i yaalii.
      MILKAA'II
   Guyyaa gaarii 🙏🙏🙏
**
#share gochuu hin dagatin.
Join 👇👇👇
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
2,8600023
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

14 apr 2026, 00:16

Namicha tokkotu osoo karaa deemuu ibidda haalaan boba'aa jiru tokkotti dhufa. Akkuma ibidda boba'aa jiru kanatti dhiyaateen, bofa ibidda sana keessatti gubachaa, lubbuuf watwaachaa jiru argee, bofa kana ibidda kana keessaa baasuun qaba jedhee murteesse.
Osoo baasuuf yaaluu bofni sun harkasaa iddee dhiigsee, deebi'ee ibidda sana keessa of buuse.
Ammas namichi kun, sibiila ittiin lubbuu bofa kanaa oolchu barbaadee baaseen.
Namni biroon namicha kanatti dhufee, ''bofni kun osoo si iddee jiruu maaliif lubbuusaa oolchitee?'' jedhee gaafate.
Namichis, ''bofti nama idduun amalumasaati, waan na iddeef, kennaakoo ganamaa ilaalcha gaarii sana na jijjiirsisuu hin danda'u!''jedhee deebiseef.
👉Ilaalcha gaarii Uumaan ganama siif kenne, sababa miidhaa sirra gaheef hin jijjiiriin.
Onneekee gaarii sana akka si jalaa hin banneef, of eeggannoo gaarii taasisi.
~~~~~~~
© Bulti Likisa Muleta, 2025
👉Kanan dubbiserraa, gara Afaan Oromoottin hiike!
#Share 👇👇👇
@JECHOOTAHAYYOOTA
2,9000015
MADDA BEEKKUMSAA🌳 logo
MADDA BEEKKUMSAA🌳

05 feb 2026, 00:04

Some days you won't feel motivated at all.
Do it anyway.Show up for your responsibilities quietly.
The days you push through without inspiration
build a different kind of strength—one made of discipline.
This is how you prove to yourself that you can be trusted.
Endurance is the quiet engine of real change.

🌷 Positivity 🌷 @JECHOOTAHAYYOOTA
3,650005

Showing 30 of 36 posts

Valutazione

Accesso richiesto

Frequently Asked Questions

Di cosa parla il canale Telegram MADDA BEEKKUMSAA🌳?+

MADDA BEEKKUMSAA🌳 (@oromotoo) è un canale Telegram elencato in IPL su tgdio. Questo profilo mostra classifica, valutazioni, recensioni e post recenti così puoi decidere prima di iscriverti su Telegram. Al momento elenca circa 5979 iscritti su tgdio.

Come mi unisco a MADDA BEEKKUMSAA🌳 (@oromotoo) su Telegram?+

Apri il profilo del canale su tgdio, poi usa Join / Open in Telegram per andare su @oromotoo nell’app o sul web di Telegram e iscriverti gratis.

MADDA BEEKKUMSAA🌳 è un buon canale IPL?+

Su tgdio puoi controllare valutazione, recensioni, classifica e ultimi post di MADDA BEEKKUMSAA🌳 prima di unirti. Al momento elenca circa 5979 iscritti su tgdio. Confrontalo con canali IPL simili.

Dove vedo le statistiche e i post di MADDA BEEKKUMSAA🌳?+

Su tgdio, apri la pagina @oromotoo per statistiche iscritti, classifica, valutazioni e post recenti. Usa il link Stats per grafici di crescita e attività.