๐ข DHIBEE KINTAAROTII (Hemorrhoids)
โ ๏ธ Mallattoolee Kintaarotii
๐ค Dhukkubbii yeroo baay'ee
๐ฅ Hooksisuu fi gubuu
๐ต Naannoo munnee dhiitaโuu
๐ฉธ Dhiiguu dandaโa
๐ Sadarkaa Dhiitoo
1๏ธโฃ Sadarkaa 1: Meeshadhaan malee hin mulโatu.
2๏ธโฃ Sadarkaa 2: Yeroo hagan ykn ittanuu gadi baha, ofumaan ol deebiโa.
3๏ธโฃ Sadarkaa 3: Yeroo harkaan ol deebisan ni deebiโa.
4๏ธโฃ Sadarkaa 4: Ol hin deebiโu, gadi baheetuma hafu.
๐ฏ Sababoota Nama Saaxilan
๐ต Umuriin ol siquu
๐ฝ Yeroo baayโee ittanuu
๐บ Yeroo Dheera mana fincaanii irra turuu
๐ Furdinaa Dabaalu
๐งณ Baโaa ulfaataa yeroo dheeraa ol fuudhuu
๐งผ Hudduu akka malee riguu
๐งโโ๏ธ Dhaabbannaa fi taaโumsa yeroo dheeraa
๐คฐ Ulfa
๐จ Rakkoolee Hordofsiisuu Dandaโu
๐ฉธ Hirโina dhiigaa
๐งฑ Dhiigni dhiita keessatti itituu
๐ฆ Dhiitan 'infection' taโuu
๐ฉน Madaaโuu
โ Sagaara qabachuu dadhabuu
โ
Maloota Ittisa Kintaarotii
๐ง Bishaan gahaa dhuguu
๐ฅ Soorata faayibarii (fiber) qaban fayyadamuu
๐ฝ sagaran yoo si qabee yeroo dhufu, tursisuu dhisuu
โ๏ธ Ulfaatina hirโisuuf yaali
๐โโ๏ธ Sochii qaamaa gochuu
๐ฆ Baโaa ulfaataa yeroo dheeraa ol fuudhuu dhiisuu
๐ฉบ YAALA KINTAAROTII
๐ฅฆ Soorata gogiinsa garaa ittisan fayyadamuu
๐ง Bishaan sirritti dhuguu
๐ฝ Yeroo baayโee ittanuu dhiisuu
๐ Bishaan hooโaa keessa taaโuun madaa tasgabbeessuu
๐งผ Hagan booda bishaan hoโaan dhiqachuu
๐ซ Gogaan hudduu akka hin haqamne eeggachuu
๐ Qoricha dhukkubbii hanbisu โ ajaja ogeessa fayyaa irratti
๐ Qoricha buubbu keessatti kaaโamu
๐ฟ Qoricha naannoo buubbu dibamu
๐ฅ Yeroo barbaachisaa taโee yaala baqaqsaa (surgery) gochuu โ ogeessa waliin mariโachuun gaariidha!
Dr. Mohammed Kedir
~~
#share #Subscribe #YouTube
๐๐๐
@JECHOOTAHAYYOOTA